HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo 3.2

Licença: Grátis ‎Tamanho do arquivo: 4.19 MB
‎Classificação dos utilizadores: 0.0/5 - ‎0 ‎votos

Sobre HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo

Hiibboo é equivalente a Riddle em inglês, quase :) Hiibboo ou Riddle é uma forma de jogo de adivinhação que tem sido parte do folclore da maioria das culturas dos tempos antigos. A App contém poucas perguntas hiibboo em língua Afan Oromo. Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo. Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti. Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta'an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan 'beekte ykn argatte' jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta'un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta'un tapha isaanii itti fufu. http://om.wikipedia.org/wiki/Hiibboo Por favor, avalie a nossa aplicação na loja Google Play. Obrigado por descarregar,